Check out the new design

د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور * - د ژباړو فهرست (لړلیک)

XML CSV Excel API
Please review the Terms and Policies

د معناګانو ژباړه سورت: علق   آیت:
أَرَءَيۡتَ إِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰٓ
Yoo inni (Abuu Jahal) kijibsiisee irraa gara gale hoo mee naaf himi?
عربي تفسیرونه:
أَلَمۡ يَعۡلَم بِأَنَّ ٱللَّهَ يَرَىٰ
Sila inni Rabbiin niargaa hin beekuu?
عربي تفسیرونه:
كَلَّا لَئِن لَّمۡ يَنتَهِ لَنَسۡفَعَۢا بِٱلنَّاصِيَةِ
Haa dhorgamu; yoo inni (Abuu Jahal) dhorgamuu baate, sammuu qabna.
عربي تفسیرونه:
نَاصِيَةٖ كَٰذِبَةٍ خَاطِئَةٖ
Sammuu sobduu, dogoggortuu taate (qabna).
عربي تفسیرونه:
فَلۡيَدۡعُ نَادِيَهُۥ
Garee isaa haa waammatu.
عربي تفسیرونه:
سَنَدۡعُ ٱلزَّبَانِيَةَ
Nutis waardiyyaa keenya waammachuuf jirra.
عربي تفسیرونه:
كَلَّا لَا تُطِعۡهُ وَٱسۡجُدۡۤ وَٱقۡتَرِب۩
Dhorgami! Isaan hin ajajamin, Sujuudis, gara Rabbiittis dhihaadhu.[1]
[1] Asitti sujuuda qaraatii qur'aanaattu bu'ama. kun sujuuda xumuraati.
عربي تفسیرونه:
 
د معناګانو ژباړه سورت: علق
د سورتونو فهرست (لړلیک) د مخ نمبر
 
د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور - د ژباړو فهرست (لړلیک)

ژباړوونکی: غالي ابابور اباګونا.

بندول